775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa galattuu zikriin wasana hin qabdu, yeroo hin qabdu, zikriin ganamaa hogguu si kutte guyyaan ati keessa jirtu hamma hin dhumnetti yeroo feetetti Rabbii kankee zakkaruu dandeessa.     Dr. Liwaa’ulislaam